Galata Afaan Guuttadhee
Dastaa Hinsarmuu
6:42Kaleessa koo ka'umsa koo Hin irraanfanne Gargaarsa kee harkaa abbummaa kee Duuba hin aansine Jirawoo kakuun kee tarkaanfii koo keessa Utubee hirkisee kaasee na deemsisa Jirawoo sagaleenkee guutee onne koo keessa Dadhabaa koo keessa ibidda finiinsa Jirta jirta jirtawoo Jirta jirta jirta ee (Ahaa) Jirta jirta jirtawoo Sagalee keen na duukaa jirta Jirta jirta jirtawoo Jirta jirta jirta ee (Ahaa) Jirta jirta jirtawoo Kakuu keen na duukaa jirta Otumaa boolli qotamu an garuu itti hin awwaalamne Otumaa kiyyoon xaxamuu nan hulluuqe hin sakaalamne Jirawoo kakuun kee tarkaanfii koo keessa Utubee hirkisee kaasee na deemsisa Jirawoo sagaleen kee guutee onne koo keessa Dadhabaa koo keessa ibidda finiinsa Jirta jirta jirtawoo Jirta jirta jirta ee (Ahaa) Jirta jirta jirtawoo Sagalee keen na duukaa jirta Jirta jirta jirtawoo Jirta jirta jirta ee (Ahaa) Jirta jirta jirtawoo Kakuu keen na duukaa jirta Olmaa kee isa durii isa bara ijoollummaa Herregee lakkaayee Jechi koo naa hin ibsu Lakkofsa koos caale Sammuu koon ol ta'e Harka koo na qabde daadde na deemsifte Na kaafte daaraa irraa Akka isas hin beekne Maalifan callisa gaarummaa kee argeera Olmaa kee isa durii isa bara ijoollummaa Herregee lakkaayee Jechi koo naa hin ibsu Lakkofsa koos caale Sammuu koon ol ta'e Harka koo na qabde daadde na deemsifte Na kaafte daaraa irraa Akka isas hin beekne Maalifan callisa gaarummaa kee argeera Kan keeti hafuurri koo Kan an ittiin harganu Kan keeti qood qalbiin koo Yaada koo inni hogganu Kankeeti jireenyi koo Du'uu keen kan argame Kan keeti waan hundi koo Hunduu siin naaf kenname Eyyee kan keeti kan keeti Ani dhugumaan kan keeti Bu'aa fannifamuu keeti Ani kan keeti kan keeti Eyyeedhugumaan kan keeti Bu'aa dhiiga cobsuu keeti Araarri kee akka fixeensa hermoni'el Qe'ee koo irra buufatee Jaalalan utubdee gatamaa kosii irraa Nama ofii kee goote Uleen tika keeti na biraa utuu hin hafin yeroo hamaa keessa Siin oole ofkale kun harra gaheera Butaa waraabessaa Araarri kee akka fixeensa hermoni'el Qe'ee koo irra buufatee Jaalalan utubdee gatamaa kosii irraa Nama ofii kee goote Uleen tika keeti na biraa utuu hin hafin yeroo hamaa keessa Siin oole ofkale kun harra gaheera Butaa waraabessaa Kan keeti hafuurri koo Kan an ittiin harganu Kan keeti qood qalbiin koo Yaada koo inni hogganu Kankeeti jireenyi koo Du'uu keen kan argame Kan keeti waan hundi koo Hunduu siin naaf kenname Eyyee kan keeti kan keeti Ani dhugumaan kan keeti Bu'aa fannifamuu keeti Ani kan keeti kan keeti Eyyeedhugumaan kan keeti Bu'aa dhiiga cobsuu keeti