Notice: file_put_contents(): Write of 655 bytes failed with errno=28 No space left on device in /www/wwwroot/muzbon.net/system/url_helper.php on line 265
Haacaaluu Hundeessaa - Haadha Wabii | Скачать MP3 бесплатно
Haadha Wabii

Haadha Wabii

Haacaaluu Hundeessaa

Альбом: Maal Mallisaa
Длительность: 6:03
Год: 2021
Скачать MP3

Текст песни

Deemsa jilbiiba kalessaa
Dhabuun duukkanaan kaa ga'ee
Dhaabbachuun deemaa haar'aa
Siituu dhaabbata naa ta'ee
Eebba ulfiina dhaddacha koo
Ooltuuf hiraara narraa
Gucaa jireenya kootii
Haadha dhugaadhaaf Karraa
Gucaa jireenya kootii atii
Haadha dhugaa fii Karraa
Siihiin naa soonaayee
Toolee milkiin kan koo
Sittuu na badhaasee
Wabii jireenya koo
Siihiin naa soonaayee
Toolee milkiin kan koo
Sittuu na badhaasee
Wabii jireenya koo