Wal Dhabinaaree
Haacaaluu Hundessaa
6:29Ani ottuman sitti hima jeedhuu Kan horma taate maal goodhuu Har'aa borittu kana fidee Garaanko moo siimalee Kunoo har'as ammasi didee Ani ottuman sitti hima jeedhuu Kan horma taate maal goodhuu Har'aa borittu kana fidee Garaanko moo siimalee Kunoo har'as ammasi didee Kunoo har'as an nan jiraaaaa An gabbidhani qubaa nyaachaaaa Takka sidhaabe malaan fidaa Nan jiraadha ottuu jeechaa Maaloo na qarqarikaaaaah (Dhaaqi isa qarqarikaaa) Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarikaa) An amayuu jalaalakeen dhibaamsisa Yoon gaalee malaan ciisaaaaa Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarikaa) (Mee maalo isa qarqarikaa) Ani amayyu ottun argu hooma hin argu Jalaalake naati taa'ee daaguuuuu Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarika) (Mee maalo isa qarqarika) Ani ottuman sitti hima jeedhuu Kan horma taate maal goodhuu Har'aa borittu kana fidee Garaanko moo siimalee Kunoo har'as ammasi didee Ani ottuman sitti hima jeedhuu Kan horma taate maal goodhuu Har'aa borittu kana fidee Garaanko moo siimalee Kunoo har'as ammasi didee Atti hooma hin goone baddin kankoooo Boodetti haffettaan siidhaabunkoo Otton sitti himee guyyaa Sanaa Maafan gabaa mafaan raffaamaa Maaloo na qarqarikaaaaah (Dhaaqi isa qarqarika) Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarika) Atti amayyu naaf hin beknee Waan Kessako jalaalaken midhaamukooo Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarika) (Mee maalo isa qarqarika) Atti amayyu naaf hin beknee Hinuman sitti himaa Jalaalakettinan irrarfamaaa Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarika) Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarika) Maaloo na qarqarikaaaaah (Mee maalo isa qarqarika) Maaloo na qarqarikaaaaah