Notice: file_put_contents(): Write of 649 bytes failed with errno=28 No space left on device in /www/wwwroot/muzbon.net/system/url_helper.php on line 265
Nigusuu Taammiraat - Ljaan Nalaalte | Скачать MP3 бесплатно
Ljaan Nalaalte

Ljaan Nalaalte

Nigusuu Taammiraat

Альбом: Haadhakoo
Длительность: 6:13
Год: 2016
Скачать MP3

Текст песни

Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun tiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Takkittiin tiyya

Baala ancootee jaalalootee garaa koo birbir na goote
Shaggituun tiyya
Maal wayya
Jaalalliisee baasa baastee
Anaan kophaa raatteesitee
Takkittiin tiyya

Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun tiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Jaalalen tiyya

Oduse ifoon nu gute
Iji kee kun kan koo tate
Shaggituun tiyya
Mala ga?
Nanhanatu jaalalee koo
Yaseen karuun anan nyaate
Takkittiin tiyya

Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun tiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Takkittiin tiyya

Yaintaala qaloo magala
As siiqi bayeen sijalaa
Jaalalen tiyya
Sii arkkadhe
Maaluumaf nabiira hafta
Kottu nabiraa nattu deebi
Adaara jaalala

Lafa gabba nacco kessa
Asifii achi hammrsa olle
Shaggitun tiyya
Mala ga?
Torrban haraa hin ollin maaloo
Namaa orrmatin walaale
Takkittin tiyya

Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun tiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Jaalalen tiyya

Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooya yaa shagge tiyya
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooya yaa shagge tiyya
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Otton siiyaduu (tolee)
Maf na harrka citaa (tolee)
Akka horri cubbu (tolee)
Malif facaata (tolee)
Otton siiyaduu (tolee)
Maf na harrka citaa (tolee)
Akka horri cubbu (tolee)
Malif facaata (tolee)
Otton siiyaduu (tolee)
Maf na harrka citaa (tolee)
Akka horri cubbu (tolee)
Malif facaata (tolee)
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooya yaa shagge tiyya
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooya yaa shagge tiyya
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Burrqaa jaalala (tolee)
Bareedu inntalaa (tolee)
Hayyan qabetii (tolee)
Qaloo magalaa (tolee)
Qalbiin koo dhufee (tolee)
Achii oleegalaa (tolee)
Hayyan qabetii (tolee)
Qaloo magalaa (tolee)
Qalbiin koo dhufee (tolee)
Achii oleegalaa (tolee)
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooya yaa shagge tiyya
Yaa shagge naafan yaafana annanii

Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooya yaa shagge tiyya
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa shagge naafan yaafana annanii