Sijajuun Koo
Haacaaluu Hundessaa
5:13Tulluu jala malkaa yaatu Malkaa yaatu Maaltu booresse taliila kana Maaltu booresse taliila kana Lubbuu akka tasaa baatu Qaama biyyoon nyaatu Seenaan sirraan baatu (Maaltu lammiif koodeesaa gana) (Maaltu lammiif koodeesaa gana) (Hin ganu dideera anuu lammii gaaddisa ofii maaliif ganuu?) Hin ganu dideera anuu (Hiriyaa gaaddisa ofii maaliif ganuu?) Hin ganu jedheera anuu (Lammii gaaddisa ofii maaliif ganuu?) Daalachoo goojee oolee galaa Ulaatti gaangeen hidhatanii hin hidhinii (Hin hidhatanii hin hidhinii) Hin hidhanii maa hidhatte ree? Hiriyee koo yaa koodee garaa Gandatti waa'een himatanii Hin himinii (Hin himatanii hin himinii) Hin himanii maa himatte ree? Hiriyaan dharaa garaa sibaraa Mataa simaraa dhokfadhu garaa (Garaa sibaraa) Lakkii (Mataa simaraa dhokfadhu garaa) Of-eeggi adaraa! (Garaa sibaraa) Ann (Mataa simaraa dhokfadhu garaa) Hiriyaan dharaa (Garaa sibaraa) Lakki (Mataa simaraa dhokfadhu garaa) Nan deema jettus deemi fagaadhu Malkaas lubafaana bu'an oolanii (Bu'an oolanii) Roorroon hammaattus didi jabaadhu Garaan abbaa faana duuti, du'an oolanii (Du'an oolanii) Eegan oollee (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Duutin oolle (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Eegan oollee (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Duutin oollee (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Tulluu jala malkaa yaatu malkaa yaatu Maaltu booresse taliila kana Maaltu booresse taliila kana Lubbuu akka tasaa baatu Qaama biyyoon nyaatu Seenaan sirraan baatu Maaltu lammiif koodeesaa gana? Maaltu lammiif koodeesaa gana? (Hin ganu dideera anuu lammii gaaddisa ofii maaliif ganuu?) Hin ganu dideera anuu (Hiriyaa gaaddisa ofii maaliif ganuu?) Hin ganu jedheera anuu (Lammii gaaddisa ofii maaliif ganuu?) Yoo garaan aaree silaalate Laalatus garaa ni hidhanii, hidhadhu (Ni hidhatanii, hidhadhuu) Ni hidhatuu maan hidhanne ree? Yoo alagaan sitti dhaadhatee Laphee ofiitti ni himatanii, himadhu (Ni himatanii, himadhu) Ni himatu, maan himanne ree? Hiriyaan dharaa garaa sibaraa Mataa simaraa dhokfadhu garaa (Garaa sibaraa) lakkii (Mataa simaraa dhokfadhu garaa) Of-eeggi adaraa! (Garaa sibaraa) ann (Mataa simaraa dhokfadhu garaa) Hiriyaan dharaa (Garaa sibaraa) Lakki! (Mataa simaraa dhokfadhu garaa) Nan deema jettus deemi fagaadhu Malkaas lubafaana bu'an oolanii (bu'an oolanii) Roorroon hammaattus didi jabaadhu Garaan abbaa faana duuti, du'an oolanii (du'an oolanii) Eegan oollee (wol irraan dheessinu yaa joolle) Duutin oolle (wol irraan dheessinu yaa joolle) Eegan oollee (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Duutin oolle (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Eegan oollee (Wol irraan dheessinu yaa joolle) Duutin oolle (Wol irraan dheessinu yaa joolle?)