Kan Sidinquu
Haacaaluu Hundessaa
An jaalladheen mitii kanani sitti inaafuu Maaliif na rakkifta atii maalumaaf naan bartuu Keessakoo naaf barii rakkina garaakoo Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo Keessakoo naaf barii rakkina garaako Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo An dhoksuudhaaf yaaduu maluu narratti beeka namnii An of jibbe naan rakkadhee maalan godhaa malli maalii Otoo jettuu nan kan keetii waan naaf taatu otoon ilaaluu Inaaffumatu na rakkisee kan keessakoo hin amanuu An dhoksuudhaaf yaaduu maluu narratti beeka namnii An of jibbe naan rakkadhee maalan godhaa mallii maalii Otoo jettuu nan kan keettii waan naaf taatu otoon ilaaluu Inaaffumatu na rakkisee kan keessako hin amanuu Maalii maalii yaa malaa kana maal naa dhamatan yaa jaraa Nan rakkadhe nan dadhabee Dhilsuu yaalus yaada kanao Hamma baatee isheen galtůu Nan jeeqama natti hin toluu Naa f naa galaa Akkan.miidhe an miirakee Maali laata furmaatni isaa otoon beekee Si dhiphisee rakkisuun koo na qaanessee Rabbi jedhee naaf mijaa'ee inaaffume otoom dhiisee Otoo dhiisee ani otoom dhissee otoo dhisee otoo dhisee Otoo dhiisee otoo dhiisee An jaalladheen mitii kanani sitti inaafuu Maaliif na rakkifta atii maalumaaf naan bartuu Keessakoo naaf barii rakkina Garaakoo Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo Keessakoo naaf barii rakkina garaako Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo Bareedakeet adda ta'ee nan amala na ballleessuu Qabatuma yoo argatee lafaa ka'ee kan na aarsuu Xinnaa guddaa yoo dubbiste Ta'e jedhee naa dallansuu Hinaaffuma an dhibeen koo homtuu hin jiru kanan ibsuu Maalii maalii yaa malaa kana Maal naa dhamatan yaa jaraa Nan rakkadhe nan dadhabee Dhilsuu yaalus yaada kanao Hamma baatee isheen galtůu Nan jeeqama natti hin toluu Of bukeedha ishee dhabnoan an yaodnikoo naa hin qojeetuu Naa f naa galaa Akkan.miidhe an miirakee Maali laata furmaatni isaa otoon beekee Si dhiphisee rakkisuun koo na qaanessee Rabbi jedhee naaf mijaa'ee inaaffume otoom dhiisee Otoo dhiisee ani otoom dhissee Otoo dhiisee inaaffumai Otoo dhiisee ani otoom dhissee