Semay
Helen Berhe
5:34Eyye dhugumaa dhugumaa waadaa cimaa qabnaa Dhufee waliin taphanna Sii yaadee shaggaa sii yaadeera jaalallee koo Kiyyas yaanii suma bira halkanii guyyaa Akkam jirtaa nagayaaree bareedaa koo Yaada kee malee an nagayaa shaggee tiyyaa Akkam jiraaree qe'een ollaaf firraa Kan nuu guddisee biyyi gandi maraa Yaanni kiyyaa suma biraa halkan guyyaa gannas birraa Yaanni kiyyaa suma biraa halkan guyyaa gannas birraa Akkuma kee anis akkuma kee akkumaa kee Dhimmi kotii ta'ee ijaan arge ijaan arge Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Shaggooyee Akkasii kaa Ol fuudhi Marimee Mammari kaa Shubbisii Sii yaadee shaggaa sii yaadeera jaalallee koo Kiyyas yaanii suma biraa halkanii guyyaa Akkam jirtaa nagayaaree bareedaa koo Yaada kee malee an nagayaa shaggee tiyyaa Harka wal qabnee kiyyaa keeti wal jennee Gaaddissa kee qilxuut jaalala hirannee Hirriba koo na dhowweeraa fagaadhullee sii faanan jira Hirriba koo na dhowweeraa fagaadhullee sii faanan jira Akkuma kee anis akkuma kee akkumaa kee Dhimmi kotii ta'ee ijaan arge ijaan arge Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu