Ayyaana Hoggaa
Taddalaa Gammachuu
5:29Gochoo bilaa baala baase yaa garradoo Abbabeetoo Gochoo bilaa baala baase yaa garradoo Lakkii jennaan sitta' baase yaa intalatoo Abbabeetoo Lakkii jennaan sitta' baase yaa intalatoo An hin rafu bakkaniisa nan hafini Abbabeetoo An hin rafu bakkaniisa na hafini Yoo tiyya taate koo' na biran hafini Abbabeetoo Yoo tiyya taate koo' na biran hafini An aarama aarama boqqolloo jalaa Abbabeetoo An aarama aarama boqqolloo jalaa Dhuftee dhuftee maal bittii na goota garaa? Abbabeetoo Dhuftee dhuftee maal bittii na goota garaa? Akkati kaachisu yaa Abeebee Tufaa Abbabeetoo Akkati kaachisu yaa Badhaanee Tufaa Garaan hin irraanfadhe natti kaaste cufaa Abbabeetoo Garaan hin irraanfadhe natti kaaste cufaa Akkati kaachisu kaachise hin qabatu Abbabeetoo Akkati kaachisu kaachise hin qabatu Nammii biyya bahee kokkolfee hin taphatu Abbabeetoo Nammii biyya bahee kokkolfee hin taphatu Afaan hafu sambaleexaan dhaame afaan' Abbabeetoo Afaan hafu sambaleexaan dhaame afaan' An siin tuqu sittan maxxaneeto rafa Abbabeetoo An siin tuqu sittan maxxaneeto rafa Olte jabbii yoo tole Yoo tiyya taate tole Ana malii yoo yaada keeti male