Notice: file_put_contents(): Write of 657 bytes failed with errno=28 No space left on device in /www/wwwroot/muzbon.net/system/url_helper.php on line 265
Haacaaluu Hundessaa - Dhugaan Kee | Скачать MP3 бесплатно
Dhugaan Kee

Dhugaan Kee

Haacaaluu Hundessaa

Длительность: 4:27
Год: 2013
Скачать MP3

Текст песни

Dhugaankee Dhugaadha
Mul'atee ifa jira
Haqaakee hin haalu
Beeka si miidheera
Si dhabee jiraachuun
Heedduu na miidhullee
Dhiifama naan godhin
An yoomuu siin tollee
Dhiifama naan godhin
An yoomuu siin tollee

Ani Ani Ani Ani Anii
An reefuu naa galee
An eddan si dhabee qarooto
Ani Ani Ani Ani Anii
An Boqonnaan dhabee
Badiikoo yaadachaa Obseekoo
Badiikoof adabbiin si dhabuu ta'uullee

Dhiifama naan goodhin an yoomuu siin tollee
Dhiifama naan goodhin an yoomuu siin tollee
Edaa miidhanii deemurra miidhamuutu caala
Silaa oonnee dhugaan miitee harka Rabbiiti yaala
An want an sitti himuu want an sin dhoksinee
Dhugankee na miidhe waa takka naan hille