Turun Bulle
Nigusuu Taammiraat
6:27Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne haadha koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Rakkattusi Rabbiin jirraa Beeloftus obsii taa'ii Ani mucaan kee nagaadhaa Haadha koo nan yaadinii Rakkattusi Rabbiin jirraa Beeloftus obsii taa'ii Ani mucaan kee nagaadhaa Haadha koo nan yaadinii Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne haadha koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne giiftii too Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Imimmaan kee gaafasii Yommuu naa gaggeessituu Deessee guddiftee na dhaabdee Haadha koo attam sii ta'uu Imimmaan kee gaafasii Yommuu naa gaggeessituu Deessee guddiftee na dhaabdee Haadha koo attam sii ta'uu Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne haadha koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Bifaa ijoollummaa keettiin Na guddisuudhaaf fixee Ottuu siin darbiin darbu deemtaa Haadha koo attam sii ta'uu Bifaa ijoollummaa keettiin Na guddisuudhaaf fixee Ottuu siin darbiin darbu deemtaa Haadha koo attam sii ta'uu Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne haadha koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne giiftii too Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Ijjii kee silaa hin didee Boo'ichaaf dur sii uumee Wal arguun natti hin fakkaatuu Sabbataan garaa hidhuu Ijjii kee silaa hin didee Boo'ichaaf dur sii uumee Wal arguun natti hin fakkaatuu Sabbataan garaa hidhuu Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne haadha koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Fageenya na dhowweef malee Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Maalin godhaa garuu? Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii Maalin godhaa garuu?