Darbee Lalla
Andualem Gosa
4:45Dho'aa dho'ee dho'e Dhawwisa dha'ee dhoo'e Dhawwisa dha'ee dhoo'e Dhawwisa jawwee saafaa Naachi rifatee qabate Naachatu riphee qabate Ohoo ohoo ehee ehee Dide waayyoo waayyuu dide (Ohoo ohoo ehee ehee) (Dide waayyoo waayyuu dide) Fardi qofaa hin kaatu Maaf qofaa kaate maaf qofaa kaate Dide garbuu nyaachu Luugama nyaate luugama nyaate Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola (Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola) Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola (Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola) Roobe bubbise (naanaa) Buuse bakakkaa (naanaa) Qaxxisa lole (naanaa) Seenee walakkaa (naanaa) Roobe bubbise (naanaa) Buuse bakakkaa (naanaa) Qaxxisa lole (naanaa) Seenee walakkaa (naanaa) Seenee walakkaa Seenee walakkaa Seenee walakkaa Seenee walakkaa Bulloo bulloo bulloo bulloo Bulloo kiyya bulloo Yaa bulloo bulloo farda bullo Yaa bulloo bulloo farda bullo Bulloo kiyya bulloo Yaa bulloo bulloo farda bullo Bulloo kiyya bulloo Yaa bulloo bulloo farda bullo Hayyicha sanyii gootaa Yoo tuqan lolee isa qolachuu beeku Maa tuttuqanii tola nurraa eegu Hayyicha sanyii gootaa Yoo tuqan lolee isa qolachuu beeku Maa tuttuqanii tola nurraa eegu Naanaa naanaa lammacha koo naanaa (Naanaa naanaa lammacha koo naanaa) Naanaa naanaa lammacha koo naanaa (Naanaa naanaa lammacha koo naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Lammachi fardaa (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Yoo kaate tola (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Lammachi sangaa (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Yoo qote tola (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Lammachi harree (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Yoo baate tola (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Lammachi namaa (naanaa) Yaa lammachakoo (naanaa) Yoo lole tola Reebicha dibbee sirba karaa kaabaa Faana ragaduu kuni madaa nu qaba (Reebicha dibbee sirba karaa kaabaa) (Faana ragaduu kuni madaa nu qaba) Shishiqirrisee marxifatee kaabbaa Maaliif na firooma wanbadeen kaabaa (Kaaba kallattin lama lachuu beekna) (Nuun ta'u jenne jara akkamiin oofna) Goota dhabanii callifachuun hooda Dhiiga marartuu sana nuu barbaadaa (Goota dhabanii callifachuun hooda) (Dhiiga marartuu sana nuu barbaadaa) Geeraru malee an akkamiin cooku Haa ba'u gumaan ilma dhugaa beekuu (Geeraru malee an akkamiin cooku) (Haa ba'u gumaan ilma dhugaa beekuu) Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu) Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu) Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu) Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu) Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola (Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola) Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola (Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola) Obsaan sadii obsa obsi tokkicha Agartu yaadatta isa gaafichaa Birraa abdatanii ganna hin qoosani Murtee bara kanaa kana hin beekani Dhugaatu nu qaba yaa dhugaa dhabaa Hacuucamni rabbii obsi waa qaba Sagaltama garbaa ce'e miillikee Yoo humna dhabdellee jira Waaqnikee Walee kiyya walee yaa walaawwaltuu Asan jira jettee natti hin birmattuu Walee kiyya walee yaa walaawwaltuu Asan jira jettee natti hin birmattuu Bulloo bulloo bulloo bulloo Bulloo kiyya bulloo Yaa bulloo bulloo farda bullo Yaa bulloo bulloo farda bullo Bulloo kiyya bulloo Yaa bulloo bulloo farda bullo Bulloo kiyya bulloo Yaa bulloo bulloo farda bullo